Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Kantiibaan Niwuyoork Mamdaaniin Netaaniyaahuu nan hidha jedhus Netaaniyaahun sodaa hin qabu jedhe

  2. Mootummoonni Itoophiyaa dhufaa darbaa rakkoo siyaasaa maaf humnaan furuuf yaalaa turan?

  3. Afrikaan hagam qabeenyaa fi miidhagina Itoophiyaa beekti?

  4. 'Anis silaa Ayaatolaa Kaameenii fa'aa waliin du'a ture' - Miinstiirri dhimma alaa Iraan akkamiin akka du'a oolan himan

  5. Buufata Nukilaraa Iraan lafa jalaa Tiraamp haleeluf dhaadatan

  6. Gaalli Affaar ho'a hammaate dandamachuu dadhabuun du'aa jiru

  7. Walgahiiwwan TPLF tibbanaa waa'ee muddama siyaasaa Tigraay maal akeeku?

  8. Godaantonni Itoophiyaa Saawudiitti himataman murtee du'aan adabamuuf jiru- Kom.Mirgoota Namoomaa Gamtaa Afrikaa

  9. UK waraana Ameerikaa fi Iraanitti dabalamuufi?

  10. Dhalataan Itoophiyaa akkamiin Minesootatti nama Sadii ajjeesun himatame?

  11. Dubartii shoora giiftii duree golaa baastee waltajjii UN irra kabajaan dhaabde

  12. Boorana Bahaatti namichi haadha fuudhuuf daa'imman ishee lama ajjeese duuti itti murtaa'e

  13. Andu'aalam maal weellise?

  14. Artist Andu'aalam Gosaa 'waa'ee jireenyasaa' maal weellise?

  15. Abbaan qabeenyaa restoraantii nyaata irratti goondaa firfirsuun dhiyeesse adabamuufi

  16. Kongireensii Federalawaa Oromoo fi ABO-WBO Marii Biyyaalessaa gaggeeffamaa jiru irratti maal jedhan?

  17. TPLF mootummaa federaalarraa of ittisuuf humnoota garaa garaa wajjin tokkummaa tolfadhe jedhe

  18. Poolisiin Federaalaa namoota yakka daddabarsa namaan godaantota 60 du'aaf saaxilan jedhe 17 to'achuu beeksise

  19. Jilli US ministaroota Masrii, Somaaliyaa fi Ertiraa waliin Kaayirootti maal mari'ate?

  20. Buufanni Asab akkamiin waggoota 30tti siqaniif onee hafe?