Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Masrii fi Ertiraan Galaana Diimaa 'seeraan ala to'achuuf' yaalii taasifamu balaaleffatan

  2. Komishiniin Marii Biyyaalessaa marii eegaluuf ''danqaan'' na hin mudanne jedhe

  3. US halkan torbaaf Iraan rukutte; Iraanis biyyoota michuu Ameerikaa haleeluu cimsite

  4. Hulaa Hormuuz bakka bu'uun sararri boba'aan addunyaaf ittiin rabsamu kan biraa jiraa?

  5. Jeneraal Taaddasaa Warradaa 'hidhaa mana keessaarra' jiruu?

  6. Bulchiinsi Itoophiyaa Sirna Paarlaamaa irraa gara Sirna Pirezidaantummaatti jijjiiramuuf jiraa?

  7. Heerri Itoophiyaa fooyya'uufii?

  8. Jen. Tsaadqaan fa'i dhimma Tigraay irratti Finfinneetti hiriira bahuufi

  9. Badhaadhinni Marii Biyyaalessaarratti maal dhiheessa?

  10. Keeniyaan gaaffii Raastafariyaanoonni 'gaanjaa' dhimma amantiif fayyadamuu kuffiifte

  11. Ijoo

  12. MM Abiy heerri Itoophiyaa fooyya'uu akka danda'u akeekan

  13. ''Yaaddoon nu fixe'' - Barattoota kutaa 12ffaa Tigraay muddaman

  14. Hirmaattonni marii biyyaalessaa kumni afur akkamiin ajandaawwan irratti marii'atu?

  15. Hogganaa Humna Addaa Sudaan (RSF) Hamdaan Dagaaloo duuti itti murame

  16. Itoophiyaan waa'ee lammiilee Sa'udiitti duuni itti murtaa'eerratti 'mariirra' jirti

  17. Ameerikaan Iraaniin otoo haleeltuu Ulaan Hormuuz banamuu qaba jetti

  18. Fuula uummataa duraa dhabamuun Mojtabaa Kaamenii akkamiin Iraaniif 'idaa' ta'a?

  19. Ijoo

  20. 'Gaaffii gaafachuu barbaannu yeroo hin eeyyamnetu jira' - Miseensa Parlaamaa