Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Itoophiyaanonni viizaa Ameerikaa argachuuf hanga dolaara kuma 15 akka qabsiisan gaafatamuuf

  2. Huutiin Yaman waraana Iraan irratti akka hin hirmaanne maaltu danqaa itti ta'e?

  3. Duuti Alii Laarijaanii hoggansaa Iraan keessatti qaawwa akkamii uuma?

  4. Xiyyaaronni imaltootaa yeroo waraanaa of eeggannoo akkamiin balali'uu qabu?

  5. Viidiyoon Benjaamiin Netaanitaahu gadhiisan yeroo xiinxalamu

  6. Alii Laarjaani, hogganaan nageenyaa Iraan Israa'el ajjeese jette eenyu?

  7. Waraana Iraanirraa eenyutu maal barbaada?

  8. Dubartiin daa'immanshee lakkuu laga Waabeetti gatuun reeffisaanii akka hin argamne goote adabamate

  9. Waraanni saayibarii Iraan keessatti gahee akkamii qaba?

  10. MM Abiy pirezidantii Raashiyaa Puutin waliin dhimmoota waloorratti mariyachuu himan

  11. MM Abiy boba'aan qusannaan akka fayidaarra oolu hubachiisan

  12. Kaampaanii Geejjiba Qindaa'aa Odaa maaltu mudate?

  13. Gatiin geejjibaa magaalaa Finfinnee birrii shanii hanga 20'tti dabale

  14. Israa'el Huutii adamsuuf Galaana Diimaa irratti buufata waraanaa ijaaraa jirtii?

  15. Yeroo ajjeechaan jumlaa warra Yihudota irratti raawwate, Araboota lubbuu baraaraa turan, garuu hin leellifamne

  16. Waraanni Iraan deeggartoota paartii Rippaablikaanaa akkamiin gargar qoode?