Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Pirezidantiin Iraan maaliif dhiifama gaafatan?

  2. Gudunfaa:

  3. Qonnaan bultonniifi daldaltoonni Itoophiyaa buna qaban dafanii gabaaf akka dhiyeessan gaafataman, maaliif?

  4. Tiraamp biyya Iraanitti aantee "ajandaa" isaati jedhamte Kuubaatti maal gochuu danda'a?

  5. WBO'n gabaasa Aministii 'qorannoo kufaa, agarsiistuu loogiiti' jechuun fudhatama dhabsiise

  6. Tarsiimoon Iraan damdamachuu fi sodaatamuu fakkaata - balaas ni qaba

  7. 'Miseensonni WBO dubartoota gabroomfataa, gareenis gudeedaniiru' - Amnastii Intarnaashinaal

  8. Gaggeessaan Olaanaa haaraa Iraan, Mojtaabaa Kameenii, eenyu?

  9. Kaatiriin Pereez: Dubartiin Israa'eel 'basaastummaan hamatamtu' Ayatolaa Kameeniifi qondaalota olaanoo Iraan akkamiin qunnamuu dandeesse?

  10. 'Guyyaan tokko ji'a tokko nutti fakkaata'-Lammiilee Iraan

  11. Haleellaa Iraaniin hanga yoonaa kan hin miidhamne miseensi NATO, Turkiin, yoo haleelamte maaltu ta'a?

  12. Daandiin Qilleensa Itoophiyaa waraana Baha Giddugalaatti adeemaa jiruun hangam miidhame?

  13. 'Warra bosonaatu si barbaade' jechuun namichi haadha buddeenaasaa ukkaamse hidhaa cimaan adabame

  14. Ijoo

  15. 'Sararri diimaan hunduu darbameera'-Biyyoota Galoo Galaanaa

  16. MM Abiy waa'ee TPLF fi Ertiraa Afaan Tigriffaan maal dubbatan?

  17. Haleellaa 'hidhattoota Faannoon' Abee Dongorootti lubbuun darbe - Jiraattota

  18. Waraanni Ameerikaa fi Israa'el Iraan Irratti banan kun hanga yoomiitti turuu danda'a?