Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Itoophiyaa dabalatee warshaaleen warqii biyyoonni Afrikaa ijaaraa jiran ardicha hirkattummaa jalaa baasaa?

  2. Haleellaa aanaa Shirkaatti 'daa'imman dabalatee namoota 40 ol galaafate' jedhamee hanga ammaa kan beeknu

  3. IJOO

  4. "Meeshaan waraanaa biyya tokkoof gahu karaa Mitsuwaan TPLFfiif dhiyaate" to'atameera - Fiild Maarshaal Biraanuu

  5. Israa'el filannoo torbee dhufuun gaggeessaashee jijjiiruu dandeessi, imaammata Iraanirratti qabdu garuu hin jijjiirtu

  6. KFOn walitti bu'iinsa magaalaa Moyyaalee ilaalchisuun mootummaan federalaa "callisuu filateera" jechuun qeeqe

  7. Obaamaan yeroo duula Dimokiraatotaaf gaggeessutti Tiraampiin cimsee qeeqe

  8. Qaama kamirraayyuu walaba ta'een loogii tokko malee ijaarsa biyyaarra ture- Pirof. Masfin Ar'aayaa

  9. Sababoota ijoo shan gamoon itti jiguuf

  10. Mooyyaleetti walitti bu'iinsi itti fufe, kumaatamni Keeniyaatti buqqa'an

  11. Qabxiilee ijoo

  12. Gatiin foonii Itoophiyaa maaliif qaalii ta'e?

  13. Jiraattonni magaalota Tigraay walitti bu'iinsa mudate hordofee waan jechaa jiran

  14. Walitti bu'iinsa Moyyaaleetti mudaterratti hanga amma kan beeknu

  15. Hayyuun Booranaa boqotan Dr Abdullaahii Shonqoloo maaliin yaadatamu?

  16. MM Abiy iddoowwan wiirtuuwwan nukilaraa itti ijaaraman sadi adda bahuu ibsan

  17. Qabxiilee ijoo

  18. TPLF akkamitti saffisaan of duuba deebi'uu danda'e? Itti aanee maaltu ta'uu danda'a?

  19. Jeneraal Taaddasa Warrada deeggarsa eenyuufi akkamiin TPLF harkaa akka miliqan dubbatan

  20. Ertiraan ergama badii ta'uurraa yoo of hin qusanne balaa hamaatu mudachuuf deema- MM Abiy