Ayyaana Masqalaa: Kabaja daamaraa Finfinnee fi Adaamaa suuraadhaan

Maxxanfame

Ayyaanni Damaraafi Masqalaa kutaalee Oromiyaa adda addaatti sirnoota ittiin kabajamu garagaraa qaba.

Bara baraa ALI Fulbaana 16 namoonni haaluma aadaa fi dudhaan naannoo isaaniitti walitti dhufuun jala-bultii ayyaana Gubaa ykn Masqalaafi Irreecha Birraa kabajama.

Kunis daamaaraa ibsuudhaan ganna dukkana keessaa gara ifa birraatti bahuutti waaqa galateeffatu.

Kanneen amantaadhaa walitti qabanii kabajanis akkasumas daamaaraa qabsiisanii faaruufi illilleedhaan kabaju.

Nutis sirna kabaja daamaaraa bara kanaa kan Finfinneefi Adaamaatti gaggeeffameerraa suuraa akkasiin qixeessineerra.

Maatiin ijoolee qabatanii kabaja daamaaraarratti -Adaamaa
Adaamaa kabaja daamaaraa
Namoota Daamaaraa irratti hirmaatan -Adaamaa
Dubartoota Kabaja damaaraarratti argaman
Kabaja daamaaraa magaalaa Finfinnee
Ibsa waa'ee suuraa, Qondaaltoota olaanoo sirna kabaja kanarratti argaman keessaa pirezidanti Saala Worqi Zawude ni argamu
Daamaaraa Finfinnee
Paatiriyaarikii batasikaana Orotodoksii tawaahido Qulqulluu Abuna Maatiyaas
Kabaja daamaaraa magaalaa Finfinnee